Gooftaa hin jiru kan akka kee
Jaalalla dhugaa kan jaallatuu/2x

Jaalalli kee xinnaa guddaa hin jedhuu
Jaalalli kee dadhabaa hin darbu
Jaalalli kee hammana hin jedhamuu
Jaalalli kee gooftaa mudaa hin qabu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *