Gooftaa jireenyi koo
Harka kee keessa jiraa
Yeroo dadhabbii koo
situ harka na qaba

Humna kee naaf laatta jilbi koo yommuu laafuu
Halkanii fi guyyaadhaan na biraa hin dhabamtuu
Akka ani hin banneef waa’ee koof dhimmitaa
Hafuura koo caalaa anatti dhiyaattaa

Kan akka kee hin agarree
Siin jiraadha bara koo hundaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *