Jaalalas argeera kan namaa isa kan kee hin agarre gongumaa
Lubbuu kees naaf laattee jaalalli kees adda dhuguma/2x

Furmaataaf samii irraa dhuftee
Namootaaf jireenya laatte
Dhiiga keen nu qulleesite
Ati cubbuu hin hojjenne yakkis si irraa hin argamnee
Yesuus ati of naa laattee cubbuu koof fannifamtee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *