Waa’een abbaa olmaa ofii ganamaaf galgala odeeffama
Anaan kan na baate si’i kankee maaliif dagatama
Yaadee yaade eessaa akka na fidde yerooma hundumaa
Sammukoo ol ta’ee natti argama

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *