Gaarummaa keen arge bara kootti Waaqayyoo/2
Araara kan keen arge bara kootti Waaqayyoo
Jaalala keen arge bara kootti Waaqayyoo

Garaa kootii hin baduu na nyaata oolee bulee /2x
Gaarummaan Waaqayoo oolmaa inni naaf oole

Waaqayyoo foon uffatee hin badu garaa kootii
Salphatee anaaf jedhee hin badu garaa kootii
Hattuu waajjin rarraafamee hin badu garaa kootii
Akkan waan mudaa godhee hin badu garaa kootii

Gad jedhee ol na kaasee hin badu garaa kootii
Tolotaan na qixxeesse hin badu garaa kootii
Boqodheera uffee jedhee hin badu garaa kootii
Waan bayyee isatti dhi’eessee hin badu garaa kootii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *