Amma kee maaltu nuu ga’aa
Akka kee maaltu nuuf ta’a
Kaleessa mitiim har’i jijjiirameera barri
Ulfaadhu jenna amma iyyuu
Situ godhe wallaalaa hayyuu

Ulfinni(3)
Kan keeti Gooftaa bara baraanii(2)

Kaleessi keenya kana hin fakkaatu
Siin dabarreerra balaa hammaatu
Utuu dhiibamnuu nu goote meeqaa
Warra kaaniifuu nu gooteem eebbaa

Banneerra silaa…
Siin jirra kunoo..
Si’iin nuuf ta’ee…
Madda injifannoo…
Raawwiin kee mishaa…
Ati gita hin qabduu…
Qaanessiteettaa….
Moortuudhaa fi gaadduu…

Gochaan kee
Oolmaan kee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *