Jaalladheetan kooluu sitti gale
Hin barbaadu kan biraa si malee(x2)
Siifan bula Gooftaan si godhadhaa
Mana koo irrattan si moosifadhaa
Ofii koo irrattan si moosifadhaa

Nan guggufa fulakeen daa’ima
Nuffa malee gaarummaakeen hima
Attamittiin olmaan dagatama
Jaalalakeef garaan na raafama

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *