Kabajamuun sitti hin hir’atin/
Jajamuun sitti hin hir’atin/
Ulfinni sitti hin hir’atin tasumaa/2x
Ol oli jedhi aha ol oli oh/
Ol oli jedhi aha ol ol jedhi jedhi jedhi/2x
Ol ol jedhi aha ol ol jedhi

Ulfinni keetii kabajamuuni
Waaqayyoo keenyaa siin ha ga’u baraani
Siif abbaa angoof sagadni ha ta’uu
Guddaan eenyuree hamma kee inni ga’uu

Gorsaa abbaa gaarii an si moosisee
Olan si qabaa an guguddisee
Harkaan kee ilaalee utuunni na tiksuu
Akkaminan cal jedhee danda’ee hin callisuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *