Yesuus ya boonsaa jireenya koo
Bashanansiisaa jireenya koo/2x
Erga ati gara koo taatee maaliree yaaddoon koo/4x

Ulfina gara ulfinaatti
Guddinaa gara guddinaatti/2x
Asiin na ga’ee na biraa hin hafu/
Galmaan na ga’aa/2x
Manaa na baasee na biraa hin hafu/
Galmaan na ga’aa/2x

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *