Si biraa eessan dhaqaa
Jireenyoo sirka jiraa
Harka keerraa nyaadhee baree
Baruukeerratti guddadhee
Eenyuttan baraa

Dhabus deegaa ta’us harkakee naaf wayya
Si malee hin beeku anoo kan biraa
Sirraa adda ba’ee jireenya hin qabaadhu
Akka keetti kan naaf ta’u hin argadhu

Seenaa kan hin qabne seenaa koo geddartee
Utuun siif hin ta’in naaf taate
Baattee na guddiftee nama ga’aa gootee
Asiin kan na ga’e si malee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *