Darbi jedhee naaf hayyame
Karraa cufamaa ana irraa bane
Riqicha fagootti na sodaachise
Harka koo na qabee irra na utaalchisee
Hojiin waaqaa kootii na dinqisisee

Ha eebbifamuu maqan isaa ha ebbifamu x2

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *