Galata x2
Galata he
Galata ho
Siif waaqa waaqotaa
Oquuba he oquuba ho
Oquuba he siif kan qulqulla’ee

Namni sitti (hirkate)x2 yoomfa salphate
Ani siin qabadhee waaqakoo darbeera rakkoo
Siichi yaaddoo hin qabu waan tokko jirta riqichikoo

Meerre bo’ichikoof gaddikoo (x4)
Fuudhe dabarseera abbaankoo

Kaleessa inni ture duukkanniko meerre
Abbankoo dhufeetu hundumaa geddere
Cufaan balbaloota maqaa isaan baname
Har’a nan faarfadha hidhaankoo hiikamee

Iyesuus dhufeetu hunda gegeddere
kalessaa inni turee dukkaniko meerre

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *