Waaqayyoodhaa wajjin lolatti yennaa ba’ani
Injifachuudha malee injifatamuun maal inni
Yesuusidhaa wajjini lolatti yennaa ba’anii
Injifachuudha malee injifatamuun maal inni
Homaa hin taanee utuma innii kiyyoo diriirsuu ceenee bane
Manca’eera hammeenya inni nu irraatti yaade hin milkoofne

Duruma durii kan akka Waaqa keenyaa hin jiru/2x
Hamma har’aattii akka Waaqa keenyaa hin jiru/2x
Darbee sichis kan akka Waaqa keenyaa hin jiru/2x

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *