Waaqolii gidduudhaa eenyu
Eenyu eenyu kan si fakkaatu
Mootolii gidduudhaa eenyu
Eenyu eenyu kan si fakkaatu
Dorgommii keessa hin galfamtu/4x

Munyuuqaan lafa irraa bineensi daggalaa
Nyaata isaanii argachuuf iji isaanii garuma kee ilaala
Namaaf horii hin qabu kan si’iin eegatu
Cal jalaa jennan in bibbir’atu
Harka kee in bal’ifta
Waan gaarii isaan soorta
Si harkaa hin qaqal’atu
Kennitees hin gaabbitu
Jilbi hundumtuu siif ha jilbeenfatu
waaqummaan kee biyya lafaa ha guutu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *