Jiraadhee har’an ga’ee kunoo mana kee keessattii
Jiraadhee har’an ga’ee kunoo gargaarsa keetiin
Jiraadhee waamaaraa siin ce’ee gooftaa kiyya ani
Jiraadhee ati jiraadhu anaan jennaanii

Ganama maraa haarawaa haarawaa araarri kee
Haga hin qabu hin beekamu gooftaa araarri kee/jaalalli kee

Anoo nan beeka dadhabduu ta’uu kiyyaa
Si’a hagam kufaa ka’aa si rakkisuu kiyyaa
Har’a garuu dhaabadheen of argee mana kee keessattii
Kan na dhaabe garuu araara keeti/ayyaana keetii

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *