Galatan qaba gooftaadhaaf galatan qaba/2x
Faarfannaan qaba gooftaadhaaf faarfannaan qaba/ 2x
Ililleen qaba gooftaadhaaf ililleen qaba/2x
Waan baayyee naa godhe oh kun itti hin baayyatu
Yesuus koo gooftaa koo maqaan isaa ha ulfaatu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *