Haayyuu har’aa borii Waaqa dhugaa
Kan akka kee hin jiru ulfaadhu kaa
Hunduu in goolabama ati garuu ol-antummaa kee waa si hin dararu
Jirta har’a illee
Jirta bor illee
Bara baraani siidha anaaf waaqni
Siidha anaaf waaqni Gooftaa
Siidha anaaf waaqni
Siidha anaaf waaqni Yesuus koo
Siidha anaaf waaqni

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *